Coffee Implementation Guide (in Oromifa)-15Jan14.cdr

Marc Monsarrat, Senior Manager (East Africa & South Asia), Rainforest Alliance ... Jean Marie Sabato, Certification Project Coordinator, Coopac Ltd. Emmanuel ...
7MB taille 21 téléchargements 634 vues
Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Qote bulaa Bunaa Omishuuf Kan Gargaru

Ulaagaa Ittifufinsa Qonnaa irraatti hunda’udhaan neetiwarkii Ittifufinsa Qonnaa (NIQ)

GALATAA Qajeelfamin Kun Kan Qopheesan: heddumatee, akka raabisamu qarshiindhan deeggarsa kan godhee dhabbataa Qajelcha Misooma Adunyaa kan jedhamu (DFID) akka galanni Dhaqabuuf,

Barru kanaa Kan Qopheese ogeessota Misooma Qonnaa fi Qajelcha Boordii Qonnaa biyya (NAEB) kan Qonnaa Biyya Ruwwandaa (RAB) fi dhaabbilee (COOPAC) fi (KZ) dhabbata Bunaa hundaafu Galanni isaaniif Haata’u.

Karengera Coffee Ltd.

Namootaa Qajeelfama kanaa Barreesan: Reiko Enomoto, Training Manager, Sustainable Agriculture Division, Rainforest Alliance Qindominaan Hojjii Ogummaa isaan Kan kennaan. Jean Marie Irakabaho, Rwanda National Coordinator, Rainforest Alliance Winnie Mwaniki, East Africa Regional Manager, Rainforest Alliance Marc Monsarrat, Senior Manager (East Africa & South Asia), Rainforest Alliance Simon Martin Mvuyekure, Head of Coffee Program, Rwanda Agriculture Board (RAB) Jean Marie Sabato, Certification Project Coordinator, Coopac Ltd. Emmanuel Rwakagara Nzungize, President, Coopac Ltd. Gilbert Gatali, Managing Director, KZ Noir Karengera Coffee Ltd. Célestin M. Gatarayiha, Head of Coffee Division, National Agricultural Export Development Board (NAEB) Pierre Claver Gahakwa, Director of Certification, National Agricultural Export Development Board (NAEB) Mario Serracin, Rogers Family Company Suuroota kanaa Kan Kaassee Reiko Enomoto, Rainforest Alliance

* Galataa gudda qote bulaa hojii kan Fakki hojjatan agarsiisuu keessaatti hirmataniif Ulifinaaf galaataa guddaa galichaaf.

© 2013 Rainforest Alliance Mirgii Hundu Eegamadha

Seensaa

Boqqannoo 1: Bulcinsa ilbisoota Omisha Bunaa irraatti

Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu

Boqqannoo 2 Bulchinsa Egumusaaf Qabisaa Qorichoota.

Qote bulaa Bunaa Omishuuf Kan Gargaru Boqqannoo 3: Eegumusaa Sirnakkoo

Boqqannoo 4: Eegumusaa Bishaan

Boqqannoo 5: Eegumusa Biyyoo

Boqqannoo 6: Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa

Boqqannoo 7: Naannoo Hojji Hojetaaf Mijaa Godhu

Boqqannoo 8: Bulchinsa Qonnaa

1

Seensaa

Seensaa Itti fufinsa Omisha Qonnaa Bunaa Buni biyyaa Afirriika keessaatti mindhaan sharaafa biyyaa alaa galichu keessaa olii aanaadha. Kanaa mlaee qote bulaa naannoo buni itti omishamu jiraattan galii jirujireenya maattii isaan omisha bunaa kanaa irraatti kan hunda’edha. Haata’u maale ittifufinsa bulchinsa qonnaa naannoo buni itti omishamu yoo hinjirannee, qilleensa naannoo faalamun isaafi dhiqama biyyoo irra gahuu danda’a. kun immoo faalamin biyyoofi bishan fayyaa qote bulaa(lubuuqabiyeewan) irraatti Fidu kan sliphaa ta’uu mitti. hojumaata kanaan yoo deemamee ta’ee omisha bunaa qulqulinaafi baayina isaa irraatti dhiibbaa olaana ta’ee fidu danda’a.

HOJUMAATA BADAA

HOJUMAATA GAARII

Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin qindayudhaan ittifufinsa bulchinsa omisha bunaa mirkanneesun irra Eegama. Toofitaa qote bulaa Omisha bunaa ittinguddisuu Qote bulaa birraan gahuudhaaf hojjin ittifufinsa qabu qote bulaa bunaa omisha irraatti hojjachun dirqama. Qote bulaan Bunaa Omishu Hojumaata Omishin bunaa Ittiguddatu Hojjachu danda’a? Qajeelifama Hojumaata bulchinsa kunuunsa bunaa kan itti raawwatamu kanaa kan Qopha’ee. Kunii murteedhaan “Ulagaalee Ittifufinsaa Qonnaa bunaa qabuudha.” Bara 2010 Haggayaa keessaatti Qopha’era. Ulaagaaleen kuni kan inii ufisuu barbachisuma ittifufinsa omisha buna walin kan waliqabateedha. Kanaa irra ka’amee bareefaminne kun baayee gaarii ta’uu isaa mirkaannayera.

2

Seensaa

Haaliduree Waraqaa Ragaa Dhimmoon asiingadditti bareefaman ulaagalee gaddii-Aanaadha Qabamanniidha.

1. Ulaagaale keessaa qabixii 80% argachu. (ulaagalaa waligalaa 99 qaba.) 2. Ulaagaale keessaa qabixii 50% argachu. (ulaagalaa waligalaa 10 qaba.) 3. Ulaagalee Dirqamaa hundaa Argachuu/Guutachu/.(Ulaagaa Dirqamaa 15.) Qote Bulaan ulaagalee hundaa guutu yeroo tokkoo keesssaatti hinguutu ta’aa. Haata’u malee Qajeelfama kanaa keessaatti Qote bulaan hojumaata isaan sireefachuudhan ulaaga omisha bunaa yeroo gabaaba keesssaatti guutachuu danda’a. Kanaa maalee naannoo biqiltuu bunaa ittidhaabbatu, naannoo buni ittimiiccamuufi bulchinsa seera omisha buaa ittiomishamu fooyeefachudhan ulaaga RA guutuun ni-danda’ama.

Baafataa Qajeelfamoota Baahan Qajeelfamin kuni Boqqannoo 8 offikeesssaatti hammatee ulaagaa bu’raaleetti hunda’ee. Boqqannoo 1: Bulchinsa ilbisootaa Omishaa Bunaa irraatti

Boqqannoo 5: Eegumusa Biyyoo

Fuula 4

Ulaagaa 8

Ulaagaa 9

Boqqannoo 2: Bulchinsa Egumusaaf Qabinsaa Qorichoota

Boqqannoo 6: Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa

Fuula 10

Ulaagaa 6

Ulaagaa 10

Boqqannoo 3: Eegumusaa Sirnakkoo

Boqqannoo 7: Naannoo Hojji Hojetaaf Mijaa Godhu

Fuula 12

Ulaagaa 2

Ulaagaa 5

Boqqannoo 4: Eegumusaa Bishaan

Boqqannoo 8: Bulchinsa Qonnaa

Ulaagaa 4

Fuula 16

Fuula 19

Fuula 21

Fuula 24

Fuula 25

Ulaagaa 1

3

Bulchinsa ilbisootaa Omisha Bunaa irraatti

Boqqannoo 1

Bulchinsa ilbisootaa Omisha Bunaa irraatti

Ittifayadamin qorichaa kan ittigargaramu qabu ilbisaaf dhukubba dhorguuf qofaa ta’uu hinqabu.Buni yoo fayyaa ta’ee ilbisaaf dhukubaa irra blisaa ta’uu danda’a. Haata.u maalee yeroo buni ilbisootaaf dhukuban qabamee qoricha malee, buna irra ilbisootaaf dhukubaa ittisuun nidanda’ama. Kutaa kanaa keessaatti qorichaa malee ilbisaaf dhukubaa toofitaa offirra ittisuun ittidanda’amu yaalamee.

Ittifayyadama Dikee Midhaan dikee gahaa ta’ee yoo argatee omishaa gahaa ta’ee kennu danda’a. buna haadoo fayyaa ta’ee immoo kan ilbisaaf dhukubaa offirra ittisuu danda’a irra omishuuf dikee gahaa ta’ee bunaatti godhamun dirqama.Bunaa haraafi kg 5 buna hundee tokkoo, 10 kg immoo bunaa Haadhoo ta’eef godhuun ni-barbachisa. Buna miiccame qolaa isaa irraa deebi’amee, dikee irra hojachuudhan ittifayyadamun omisha buna akka dabalu beekuniif, haraafi Haftee mindhaan irra dikee qopheesun ni-danda’ama.

Kg 7-10 Dikee qopha’ee hundee bunaa tokkoo jalatti godhamu

Mukaa buna isaa oddo hintuqinne hundee jalaatti qofaa godhun (where there are feeder roots underneath). Akka biyyoon walimaku jalaatti godhu. Kun immoo albuuda nyaata hundee bunaatiif nidabala.

Dikeen Ergaa ittigodhamee boodaa biyyoon hundee jalaa jiru walin walimaku isaa (uffachuu) isaa mirkanneefachun barbachisa.yoo walihinmakinnee dikeen kan akka roobaaf qilleesinsaan albuudan dikee keessa dhiqamu danda’a, kanaafuu akka biqiltun albuuda dikee yeroon fudhaatu godhuun gaariidha.

4

Ittifayadama baayina xaa’oo beekudhaaf, dursaa xinxaali biyyoo godhu YKN Xinxaala baala biqiltuu midhaan godhuudhan albudaa kamitu akka hiratee beeku, Ogeesa Mala Qonnaa keessan Qunnamu YKN gaggeesa Garee Gargaarsa faki biyyoo xinxaala argachuuf raawwachu. LABORATORY ANALYSIS AND RECOMMENDATIONS

Yeroo tokkoof bu'aa xinxaala biyyoo laabiraatoori Qorannoo Qonnaa irra argamee booda biyyoo keessaatti albuuda kamitu hiratee YKN guutu akka ta'ee argamuudhaan, ajajaa kennamee gabaasa irra hordoofun nidanda'ama.

Clay based

N/A

N/A

5.2

6.5 - 7.0

Low

10

10 - 20

Normal

12

10 - 20

Normal

4

5 - 10

Normal

35

150 - 200

Low

7

2-5

Normal

4

5 - 25

Low

10

10 - 20

Normal

7

.5 - .5

Low

.25 .35

.5 -.5 1 - 100

Low Normal

.52

0 - 30

Excessive

.2.5

7 - 10%+

Low

1/4”

7” - 10” +

N/A

.1.7"

N/A

N/A

Bulchinsa ilbisootaa Omisha Bunaa irraatti

Xinxaala Biyyoo

Fakii Bu’aa xinxaala Biyyoo, Saaduqa dimma keessaatti kan mulisu Albuudan biyyoo keessaa jiruuf kan hiratee YKN kan gahaa ta’ee jirachu isaa mulisa.

Ittifayadama Xaa’oo keemikaala Hubachisa: Qonnaan Bulaa Uumamaa yoo jiratee, kutaan kanaa hindabalatu/hinilaalatu/

Xaa’oo Keemikaala yoo ittigodhamuuf yaadamee offiegannoodhaan baayina isaa madaludhan hanga barbachisu ittfayadamu, Meeshalee madaali ittifayadamu, Fkn gaaloon zeyitaa ykn Margariidhan ittifayadamun madaludhan baayina ajajamee beekudhaan fayadamamu.

Ittifayadama xaa’oo lafaa gaddisa mukaa qabu jalatti

Xaa’oo Ufisa, lafaa xaa’oo ittinaqamee biyyoo irraatti ufisu

5

Bulchinsa ilbisootaa Omisha Bunaa irraatti

Buna Maqqaasu/Muruu/ Buna maqqaasuun omisha buna guddisuuf hundeen buna akka fayyaa argatu godhaa. Dameelen hundee buna irraatti yoo Kan goggaan irra himuraminnee hundee buna irraatti ilbisootaaf dhukuba fidhudhaan garaa dameelee fayyaa ta’an irraatti dabarisuu danda’a. Kanaa malee damee omisha kennuu irra albuuda nyaata hundee bunaa irraa hirachuudhaan dameele birra akka fayyaa hinargannee, omisha gahaa ta’ee akka hinlaannee godha, kanaafuu irra maqqaasuun barbachisaadha. Kichuun damee lammafa yoo irra hinmuraminnee sirnna nyaata albuuda hundee buna irraatti midhaa fidu danda’a, kanaa maalee kichuu irra muruun hundee bunaaf ilbisootaaf dhukubaa adda addaa akka hinqabaminneefi qilleensa mija’aa ta’ee biqiltuuf Uumee akka buni ililii baafatu godha.

Damee Goggee/du’ee irra muruu

Damee/damee irraatti margee mruu Damalee lammafaa irra muruu

Removing suckers from the main stem

6

Bulchinsa ilbisootaa Omisha Bunaa irraatti

Firii Dulooma irraa Guuru

Dhukuba IJaa buna dimma uru

Ilbisootaaf Dhukubaa maasi bunaa keessaa balieesuudhaaf firii bunaa Bara baraan hundee buna irraatti hafuu irra gurudhaan bishan o’aa keesssaatti danfisuudhan boola qopha’eef keesssaatti awalun ilbisootaaf dhukubaa hundee bunaa keesssaatti dadarbuu akka dhabatuu godhu ni-danda’ama.

Firii Danfisamee Boola qopheesudhaan keesssaatti naqauu

Firii dulooma irraa Guuru Omishan buna firii hundee irra egaa sasabun booda, firii dulooma ta’ee, Kan omishi isaa hinbarbadaminnee hundee bunaa irra guuruudhaan walitti qabachun dirqama qote bulaa tokkoodhaa.Yoo irra hinguuraminnee ilbisootaaf dhukubaa adda addaa fidhuudhaan hundee buna irraatti firii omisha booda uumamuuf rakkoo fidu danda’a

Hundee bunaa firii dulooma irraatti hafee

Firii dulooma irraa Guuru

Buna qoshee /buna qulqulina hinqabinnee/ goggisuu

7

Ittifayyadama Baala Biqiltuu Reeffa Ittiin dhiqamu Hunachisa: Buna Uumama Garaa alaaergamu, United States tiif, itti godhuun dhorgadha. Kanaafuu abba waraqaa ragaa kennuu wajjin mariachundaan ilaaluun nidanda’ama Bulchinsa ilbisootaa Omisha Bunaa irraatti

“Pyrethrum” jedhamuu ililii isaa irra cuunfamee Kan hojatamuudha. Afriikaan Qorica U. Chrysanthemum jedhama kanaa, biqiltun Kun naannoo badda Rwaandaa keesssaatti waan biqiluuf, Biyya kanaa keesssaatti warsha qoricha kanaa cuunfee qopheesu waan jiruuf. Afriikaan Chrysanthemum

Qoricha ilbisa uumamaa “Pyrethrum” irra hojatamee

45ml “Pyrethrum” bishaan leetera 15 walimakuudhaan biifituudhaan biifuu nidanda’ama

Hogga meeshan/a cap/ gutu tehai 20ml welkita Pyrethrum” Ittifayyadama

“Olokeen” buuphaa isaa baala irraatti buusa, kanaafu yeroo biifaan raawwatuu baala bunaa gamaa gadditin itti facaasun ni-barbachisa.

Keesa Olokee

Olokeen buupha’a ishee baala gajalaatti buusa

8

Baala gamaa lammaanu ittibiifuu.

Qamaaxira ilbisoota Qamaaxiri ilbisoota meeshaa Hammayaa kan ilbisootaa ittintooatamu fi ilbisaa hundee bunaa Uru dhorguudhaaf kan gargaruudha.meeshaa kan yoo ittifayyadamitan hundee tokkoof tokkoo irraatti 100 barbachisa. Ilbisootaa kan ittigurman laastikadhaa

Bulchinsa ilbisootaa Omisha Bunaa irraatti

Hunachisa: Bunaa Uumamaa Garaa alaa ergamu United States tiif, itti godhuun dhorgadha. Kanaafuu abba waraqaa ragaa kennuu wajjin mariachundaan ilaaluun nidanda’ama.

Toofitaa ilbisin ittiqabamu

Meeshan ilbisa qabuu yoo hintolee meeshaa laastikaan qabuun ni-danda’ama.Hundee bunaa kan uru qalaqmin diimmaa waan offiitti harkisuuf ilbisoota guurun salphaa ta’uu danda’a, kanaafu qalamaa diimma ittifayyadamun ilbisaa kanaa qabuuf gaariidha.oddoo qorichaa tokkoo ittifayyadamin offirra eguun nidanda’ama. Kanaafu qalamaa huduman yoo ittifayyadamun ilbisaa kanaa qabuuf gaariidha.oddoo qorichaa tokkoo ittifayyadamin offirra eguun ni-danda’ama.

9

Boqqannoo 2

Egumusaaf Qabinsaa Qorichoota Egumusaaf Qabinsaa Qorichoota

Hunachisa: Qote bula miseensa Bunaa Uumammaa yoo ta’ee isin hinilaalu.

Qoricha kamiyuu bunaa irraattii ittifayyadamun dhorgadhaa, kanaafu filannoo garagaraa ittifayyadamudhaan libisaaf dhukubaa offirra ittisuun ni-danda’ama. Kanaan alaa yoo qorichaaf xaa’oo itti fayyadamintan qamaa namaa akka hintuqinnee offi egachuudhan ittifayyadamun ni-barbachisa. Yoo kun hingodhaminnee qaama namaa irra rakkoon dhaaqabuu danda’a.

Meeshaa Qaama Offiirra Ittiittisan (PPE) Yoo qorichaa biifuu barbachisa ta’ee argamee meeshaa qaama keenya guutu guutudhaan nuirra ittisuu danda’u Ufachuun barbachisaadha. Meeshaleen kunsi: Koofiyaa, meesha ijaatti godhamu, meeshaa funyaaniittii godhamu, ufaata qama guutu, kophee miilaaf harkaatti godhamu godhachu. Kanaafuu qorichii qamaa namaa iddoo tokkoo elee tuquu hinqabu. Meeshaa qoricha Gingilchu Ufachuun barbachisaadha.

Ufata Awwara (kan Ijaa, Kan Funyani, Afaan, Mataa, kan kana fakatanidha.)

Ufata Awwara (kan Ijaa, Kan Funyani, Afaan, Mataa, kan kana fakatanidha.)

Meeshaa qoricha Gingilchu

Hunachisa: Offi Eegannoo, Meeshaa Qaama Offiirra Ittiittisan, Ulaaga Dirqamaadha

Yoo Xaa’oo ittifayyadamin gaantii Harkaa godhachu, “gloves” Xaa’oof duwwaa harkaan tuquun dhorgadha.

10

Qoricha seera alaa mana keesssaatti kuufamu hinqabu, Ijooleen fudhatan akka bishan ittifayyadamu waan danda’anniif oddo hinbeekinnee, kanaafu irra fageesudhaan kuusun barbachisadha.

Egumusaaf Qabinsaa Qorichoota

Kuusa Qoricha Eegumusa Godhuuf

Qoricha Alawaadaa kuufamee

Qoricha Siree jalaatti kuufamee

Qoricha yoo kuusun barbachisa ta’ee argamee mana jireenya alaa iddoo kophaa ta’ee, ijooleen hingeenyeetti qopheesudhaan kuusun dirqama. Kanaa malee iddoo qorichi jiru mallattoodhaan beekisisuu dirqama.kuusaan manaa qoricha kan ijaaramu kanaafi jedhamee qofaa ijaarmuu dirqma abbaa qoricha ittifayyadamuudha. Ijaarsii mana kanaa kan bishaniif rooba keessa hingalichinnee ta’uu qaba

Biqiltoolee Daangaa Maasii Irratti Dhaabaman Qoricha yoo hundee bunaa irraatti facaasatan ta’ee, mukaa daangaa maasii bunaaf maneen naminne keessaa jiraatan adda baasun dirqama. Kanaa malee karaa elee yoo jiratee akka naminnee qoricha biifamaa jiruun hinfalii gochun dirqama.

Mukeen daangaa maasiif manaa jedduu dhabbatan jiran.

11

Boqqannoo 2

Eegumusaa Sirnakkoo Maasii bunaa naannoo sirnakkoo jirutti yoo misoomaa jiratee, kuns Bosonaa, Bishan Caffaa, Haroo, ykn lagaa, seeran eegumusaa isaa sireefachun dirqama. Qote bulaa abba maasi ta’een sirnakkoo baleesuun dhorgadha. Kanaafuu yoo eegumusi sirnakkoo misooma bunaa waajjin walikeessaa makaa ta’ee jirachuu danda’a. kanaa malee boqannoo kanaa keesssaatti seera bulchinsa haawwasichaa sirnakkoofi maasi bunaa wajjin haali itti hojatamu nibarreefama.

Eegumusaa Sirnakkoo

Mukaa Bosonaa Muruun Dhorgadha Sirnakkoo, kunsi Bosonaa, Bishan caffaa, haroof laggaa naannoo maasi bunaa yoojiratee naannoo kanaa irra eegumusa isaa godhun dirqama.mukaa ta’ee mindhaan naannoo kanaa muruun dhorgadha.

16

Hunachisa: Eegumusaa Sirnakkoo dirqama

Qusannoo Huminaa Sunsumaa Nyaataa qopheesudhaaf abidii barbachisadha, yaata’u malee sunsumaa gaarii hinta’annee yoo fayyadamannee abidaa gahaa ta’ee argachu hindandeenyu. Kuns sunsumaa qilleesnsaaf banaa ta’ee yoo ta’ee humina jiru ni-qisaassama. Kanaa malee namin hojetu aaraaf saaxilama, kanaafuu sunsumaa qilleesaaf banna hinta’aneetti fayyadamun humina abida gahaa ta’ee argachu nidanda’ama. Kanaa malee muka qoraan baayee xinnaa ta’een hojjachun nidanda’ama. Biqiltuun akka baayinaan dhaabatuu fi guddisuun ni-gaafata.

12

Mukaa Gaaddissa Faayeedaan Gaaddissa maasi bunaa keesssaatti oliaanaadhaa, maasi bunaa akka biyyoon isaa omisha gahaa ta’ee kennu danda’uuf baali isaa harica’uu immoo garaa dikeetti jijjiramee lafaafi albuuda nyaata hundee bunaaf ta’uudhaan faayada.

Eegumusaa Sirnakkoo

tokkoo elee yoohindhaabanne omishinne buna yeroo duraaf argachuun ni-danda’a ta’a. Haata’u malee fuula duraa biyyoon albuudaa keessaa waan lolaafi bubbeedhaan fudhatamuuf omishin bunaa barootan dhufaan keesssaatti waan xinnaatuuf, xaa’oon elee yoo ittigodhamee lafaa kanaa garaa maasi omisha gahaa ta’ee kennu danda’uutti jijjiruun hindanda’u.

Maasii Bunaa Gaaddissa malee jiru

Mukii gaaddissa walifakatee maasi buna irra jirachuu omisha bunaaf gaariidha.Mukin gaaddissa bunaaf gaariidha, yaata’u malee maasi bunaa keesssaatti yoo hinto’ataminnee omisha bunaa irraatti dhiibba fidu danda’a. kanaafuu muka gaaddissa maasi buna keessaa jiru to’achuudhan irra muruun barbachisadha. Gaaddissi bunaa haalaa gaarin dhaabatee Bu’aan isaa Bunaaf gaaddissa ta’ee adu hamma irra dhoorgaa Biyyoo niqabanneesa, bishan biyyo keessaa Eegaa.

Mukii gaaddissa walifakatee maasi buna irra jirachuu omisha bunaaf gaariidha

Hundeen Mukaa Biyyoo qaba, Eegumusa biyyoof. Baali gaaddissa yeroo lafaa irraatti bu’ee dikeefi afaa ta’ee dikumma lafaa dabala. Maasi keesssaatti lubuqabiyee eegaa, haalaa qilleensaa mijeesa, yeroo qilleensa gogga bunaa goggissaa irra eegaa. Kan akka mukaa laafitoo biyyoo keesssaatti hojjii albuuda nyaata bunaa biyyoo keesssaatti dikeesa. Mukiin tokkoo tokkoo Qote bulaaf gaalii dabalataaf gargaru. Gaaddissi waan maasi keessaa jiruuf omishin bunaa waggaa waggaan dabaluu danda’a.

13

Gaaddisn Bunaa yeroo dhabatu fageeny isaa walirra 6 M X 6 M Jiduisaan. Walittidhiyeesan dhaabun dhoorgadha. Hubachisa: Naannoon Oromiayaa Gaaddissa naannaa offi (biyyaa keessa) jiru dhaabachun isin irra eegama. Mukii kun mukaa biyyaa keessaa YKN alaa dhufee misooma jiru ta’ee hojjii Mukaa Gaaddissa misooma qonnaa keesssaatti bu’aan isaa maasi Leuceana keesssaatti walimakka ta’ee Markhamia yoo misoomee, “agro forestry Calliandra system” lafaa Alnus Inga gabbisuudanda’a.

Eegumusaa Sirnakkoo

Ficus Polycias fulva Cordina Africana Maesopsis

Mukni akka Bargamoo garuu naannoo bunaa keessaa dhaabun dhoorgadha. mukii bargamoo bunaaf mindhaan birra mija’aa mitti, omishaa irraatti dhiibba fida.

Markhamia

Calliandra

Inga

Alnus Leuceana

14

Polycias fluva Ficus

Eegumusaa Sirnakkoo

Mukeen firii isaan nyaataman kan akka mango, avocado, Muuzaa, fi papaya maasi bunaa keessa dhaabun qote bulaa irra eegama. Yeroo dhaabatu hundee bunaa irra fagaachuu qaba, akka nyaata albuuda irraatti walhinsaminnee. Maesopsis

Papaya Orange

Macadamia

15

Boqqannoo 4

Eegumusaa Bishaan Bishaan lubuudha. Burqan bishaan yoo falamee, lubuulee namaa, fi horii ta’ee kan akka qurxumiif lubuuqabiyee bishaan keessaa jiran hundee dhabamu danda’u. yoo burqaan goggee immoo jiru lubuqabeeyee keessaa jiraaniif jirachuuf rakkisa ta’a. kanaafu burqaan bishaan Eegumusaa isaa cimmisuun dirqama

Eegumusaa Bishaan

Meeshalee biifituu Miiccuu

Qorichootaa adda addaa egaa biifamee booda meeshaa ittin biifamee seeran dhiqamee xuriin isaa iddoo boola isaaf qopha’ee keesssaatti kasalii boola keesssaatti qopha’ee, jirutti naquudhaa. Kanaa malee naannoo lagaa, burqaa bishaan, jirutti naquun barbachisa mitti. Lubuqabeeyawwan waan ajjeesuuf.rakkisa ta’a. kanaafu burqaan bishaan Eegumusaa isaa cimmisuun dirqama

Qorichootaa adda addaa egaa biifamee booda meeshaa ittin biifamee seeran dhiqamee xuriin isaa iddoo boola isaaf qopha’ee keesssaatti kasalii boola keesssaatti qopha’ee, jirutti naquudhaa.

Xurii Bishan manaa keessaa Wayaafi meesha manaa keessaa yeroo dhiqamu xurii isaa karaa lagaaf burqaa bishan deemu hinqabu. Yoo deemee immoo bishan nifalamaa lubuqabeeyeen keessaa jiran ta’ee kan bishaan ittifayyadaman irraatti rakkoo fayyaa miidhuu fida. bishan kun dhugaatiif ta’ee waan birra ta’uu hindanda’u, kanaafu xurii dhiqaa offi eegannodhan iddoo qopheef qofaatti naquun barbachisaadha.

16

Eucalyptus near streams Baargamoon biqiltu biyya Afirkaa m Eucalyptus near streamsitti, kan dhufee naannoo rakkoo qilleens jiru irra kan baratameedha. Baargamoon yeroo naannoo burqaaf lagaa bishan yoo dhaabatee lafaa jalaan bishan gara offi harkessee naannoo isaa iraa bishan akka dhabamu godhu danda’a, YKN goggosuu danda’a. Kanaaf naannoo bishan jiru Baargamoon dhaabun dhorgadha. Baargamoon yoo dhaabatee jiratee achii buqisuu barbachisaadha. Naannoo bishan jiru Baargamoon dhaabun dhorgadha. Baargamoon yoo dhaabatee jiratee achii buqisuu barbachisaadha.Akene yoo Gone bishan lagaaf burqaa fuleduretilai niagema.

Eegumusaa Bishaan

Bargamoo naannoo lagaa dhaabatee

Bargamoo dhaabatee naannoo lagaa irra buqisuu

Burqaa Goggoogee

17

Naannoo Burqaan bishaan jiru mindhaan jirachu hinqabu Bunaa YKN Muduraleef Kuduraan naannoo lagaafi haroo jiru yoodhabatee, biyyoon naannoo saan jiru dhiqamu danda’a yoo qoricha itti fayyadan elee falamin bishaan irraatti godhamu danda’a.

Eegumusaa Bishaan

Naannoo bishan jiru biqiltu kamiyu dhaabun dorgadha, yoo amman dura dhaabatee jiratee tutuquu irra dhaabachu qaba, qoricha naannoo saan keesssaatti biifuun dhaabachu qaba.

Bishaan Roobaa Cimmifachuu Roobin Burqaa bishaaniidha. Roobin yeroo ganna roobu mana irraa cimmifachuudhan eega qulquleesinnee boodaa itti fayyadamu nidanda’ama. Kanaa immoo kan qote bulaa gargaruu yeroo bonaa deera saan keessatt bishan itti fayyadaman argachuuf toofitaa gaariidha.

Xuriif Haraan manaa, Burqaa bishan seenu hinqabu Xuriifi haraa manaa kamiyuu naannoo burqaa bishan jirutti kuusuun ta’ee ittigatuun Dhoorgadha. Kanaafuu toofitaa haraa ittigatamuu tolifachun Qote bulaa irra Eegama. Hunachisa: Bishaan qulquluu ta’eef Bishaan Xurii irra bilisa godhuun, “Dirqama Ulaagadhaa”

18

Boqqannoo 5

Eegumusa Biyyoo Biyyoon Qonnaaf Bu’uraadha, Biqiltuudhaa lubuudha. Keesaahu biyyooni gubbaa (top soil) jiruu nyaata albuudaa mindhaan Gahaa ta’ee offi keessaa waan qabuuf mindhaan gargaraaf baayee gaariidha. Haata’u malee yoo qilleesnatti afaamee albuudan isaa keessaa dhiqamuu danda’a. boqqannoo kanaa keessaa toofitaa itti Eegamu danda’u ilaala. Magariisa (Biqiltuu) Ittiufisuu

Biyyoon tutuqaa adda addaaf yoo saaxiilamee, akka salphaatti lolaa bishaanttin ta’ee Bubbeedhan fudhatamu danda’a. kanaa malee lafitti sigigaatee naannoo irraatti balaa gaggeesu danda’a.

Eegumusa Biyyoo

lafitti sigigaatee tabaa ta’ee biyyoon isaa lolaadhaan fudhatamu isaa irra naannoo irraatti balaa gudda ta’ee uumu danda’a.

Rakkoo kanaa ittisuuf lafaa biqiltuu adda addaattin Ufisuun ni-barbachisa. Lafaa qulaa ta’ee dhiisuu irraa afaa maragaa irraatti uffisuun akka biyyoon, lolaafi bubbeedhaan hindhiqaminnee gargaraa. kanaafuu lafaa irraa margaa magariisa irra balisuun YKN dhabimsiisuun barbachisa mitti.

19

Marigaa Iddoo Qulaa ta’ee irra Dhaabuu Teeson lafaa keenya yoo tabaa qabatee, lafaa keenya kanaa irraatti biqiltuuf margaa adda addaa yoo dhabatee akka biyyoon bishaniniif bubbeedhan hinfudhataminnee dhoorgaa. Kanaa malee daagaa

Margii lafaa tabaa keesssaatti dhaabatee lafaatti akka hindhiqaminnee dhoorguu irraa margaa irra jiri haamudhaan afaa buna jalaafi (Mulchining) ittifayyadamun nidanda’ama, margaa hafee immo horiin akka nyaatan godhuun bu’aa guddadhaa.

Eegumusa Biyyoo

Marigaa Ittisaa Eegumusa biyyoofi Gargaruu.

Elephant grass Napier grass Themeda triandra Tripsacum Calliandra

Afaa Bunaa

Calliandra

Temeda

(Hubachisa: Calliandraan Margaa mitti. Yaata’u malee yoo irra hamammee, deebi’ee margaa hojjii egumusa biyyoof bishaniitiif baayee gargaraa, kanaa malee kan irra hamammee nyaata horiif gargara.)

Bunaa jalatti afaa godhuun lolaan bishaniif bubbeen akka biyyoo hinfudhannee dhoorgaa. Margii afaa ta’uu immoo waggaa tokkoon booda garaa biyyootti jijjiramee albuuda biyyoo keessaa jiru dabaluu danda’a. kanaa malee akka araman hinbiqilee maasi keesssaatti dhoorgaa, biyyoo keessaa bishaan akka jiraatuu godha. Afaa bunaa ta’uu danda’u margaa adda addaa ta’ee kan akka hafitee mindhaan boqqoola,muuzii baalaa adda addaa mumuramee lafaa irraatti furdinna afaa CM 5 afuudhan itti faayadamun ni-danda’ama.

20

Boqqannoo 6

Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa Maasii Qote bulaa keesssaatti Haraa manaa (Balifii) kan Uumammaaf kan uumammaahintannee lammanu nimulata. Haraa manaa(Balifii) yoo qabinsaan alaa awalammee YKN Gubatee faalamaa naannoo keesssaatti rakkoo inni uumu oliaanaadhaa. Kanaafuu haraan manaa keessaa YKN balifii qabinsii isaa seeran kuufamee garaa dikeetti jijiramu qaba. Haraa manaa ke Gubuun dhoo essaa bahee (Balifaa) rgadha. .

Bulichinsa Haraa Manaa (Balifaa) Laastika Laastikin dikee ta’ee garaa biyyootti jijiramu hindanda, kanaafuu lafaa irraatti gatuuni faalama biyyoo waan fiduuf Laastikin dikee ta’ee garaa biyyootti jijiramu hindanda, kanaafuu lafaa irraatti gatuuni faalama biyyoo waan fiduuf Laastika lafaa irraatti gatamee

laastikaa joniyaa keesssaatti kufamee

Bulichinsa Xurii, Balifaa(Haraa Manaa) Uumammaa Haraa mana Alawaada keessa bahani, falittii Horii, Hafitee mindhaan akka boqqooola, Muuzii, fi baala kuduraaf muduralee adda addaa irra dikee uumammaa naanno manaatti hojachuun nidanda’ama.Kun immoo omisha buna waggadha waggaatti dabalu danda’a

Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa

Jooniyaa keesssaatti walittiqabuudhan gara warsha akka deebi’ee deemu godhu barbachisa

21

Toofitaa Dikeen itti Hojjatamu/Qophaa’u Haraa mana Alawaada keessa bahani, falittii Horii, Hafitee mindhaan akka boqqooola, Muuzii, fi baala kuduraaf muduralee adda addaa irra dikee uumammaa naanno manaatti hojachuun nidanda’ama.Kun immoo omisha buna waggadha waggaatti dabalu danda’a Dikee qopha’aa jiru gubbaa isaatti Doqee looniif biyyoo gubbaa irraatti naquu barbachisa. Yoo haala kanaan qopha’ee albuuda nyaata hundee bunaa gaari ta’a.

Galabaa Baqoolaa

Dikee gaddisa jalatti booli qopha’eef

Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa

Damee irra muruu

Yeroo Boola keesssaatti dikeen qopha’u baalaaf margaa magariisaa ta’ee mummurdhan keesssaatti gatuu, kan akka haftee mindhaan, mindhaan deedhii, keesssaatti kuusuu, yoo danda’amee baalaa Tithonia, baalaa Bakulee(Mixaaxisa) itti dabaluudhaan albuudan dikee keessaa jiru gahaa ta’ee akka qopha’u waan godhuuf ittidabaluudha. yoo danda’amee baalaa Tithonia, baalaa Bakulee(Mixaaxisa) itti dabaluudhaan albuudan dikee keessaa jiru gahaa ta’ee akka qopha’u waan godhuuf ittidabaluudha. Kunsi kan akka albuuda Zinc, Boron dabaludhaan omisha buna gahaa ta’ee qote bulaan akka argatu godha.

Haftee Mindhaan

Tithonia

Bala Dubbafi Bakulee(Mixaa xisa)

Dikeetti dabaluuf mumuraamu qaba.

22

Mana alawaada keessaa Daara fudhachuudhan keesssaatti firfirsuu, kun albuuda nyaata bunaa gaari jedhamu offi keessaa qabaa, kan akka Potassium, Calcium, Sodium and Magnesium. Qolaa buna

Haraa manaa Alawaada

Mana alawaada keessaa Daara fudhachuudhan

Dikee qopha’a jiru baayifachuuf toofitaa ka’ameen walirraatti tuuludha (ittidebeseni tuulu keba).. Dikee qopha’a jiru baayifachuuf toofitaa ka’ameen walirraatti tuuludha, kanaa malee turban lamma booda dikee gagaragaluudhan yeroo qophii isaan itti dika’u gabaabisuudhan dikee gaari ta’ee qopheesun nidanda’ama. Dikee keessa isaa baayee ooinaa waan qabuuf kessaa isaa kanaa to’achuuf mukaa deera keesssaatti suuqu barbachisa isaan to’achuuf.

Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa

Dikee qopha’aa jiru gubbaa isaatti Doqee looniif biyyoo gubbaa irraatti naquu barbachisa. Yoo haala kanaan qopha’ee albuuda nyaata hundee bunaa gaari ta’a.

Dikeen haala kanaan qopha’ee ji’aa 2 irra hangaa 3 keessaatti bilichatee hojii irra oluu danda’a. kun immoo omisha buna fooyyesa.

23

Boqqannoo 7

Naannoo Hojji Hojetaaf Mijaa Godhu Hojetan yeroo naannoo hojii keessaa jiratee naannoo hojjii isaa saan keesssaatti, hojjetaa seera bulchisa hojetootatin Eegachuudhan bulchun dirqama.

Bishaan qulquluu dhiyeesuufin dirqama Bishaan Dhugaatti ta'ee kan qamaa isaa itti qulqulinaa eegatuu Naannoo hojjii keesssaatti hojjetaaf dhiyeesu ykn jirachun isaa dirqma.

Ijoolee Mana Barumusa keesssaatti

Naannoo Hojji Hojetaaf Mijaa Godhu

ijooleen yoo maatti isaan gargaran ta’ee yeroo mana barumusa hinjireefi yeroo boqqannoo isaa qofa ta’uu qoba.kanaa malee ijooleen hojjii olifaata ta’ee hojjachu hinqaban.

24

Hunachisa: Ijoolee umrin isaan 15 gaddi ta’ee hojjachiisun Dhorgadha, “Dirqama Ulaagaadha.”

Boqqannoo 8

Bulchinsa Qonnaa Karoora Qajeelifamootaa asi keesssaatti bahee hundaa hojjii irraa olichuun dirqama. Hojjii kanaa immoo raawwachuuf gosaa hojjii irraattii karoorifachun hojjii dura hojjatamuudha. Kanaafuu gosaa hojjii, yeroo hojjii, fi abba hojjii kanaa raawwatuu ramadudhan hojachun dirqama.

Karoora keesssaatti Ragaa maali bareefamu qaba

• • •

Gosaa hojjii Yeroo hojjin fudhatu, Abbaa Raawwatu,( raawwachisu).

Hojii Gosan erga Karoorifameen booda, Suuri maasiif iddoo hojjiin ittiraawwatamu nibarbachisa. Suuraa Maasi ittifayadamuudhan iddoo lolaan, biqiltuun mukaa, Bosonaa, Bishan caffaa jiru addaan baasudhaan hojii Eegumusa Biyyoof bishan keesssaatti hojjachu, dhaabuuniif Eegumusi akka Godhamuuf Ragaadhan adda baasun dirqama.

Ragaalee Bareefaman Qindeefachu Gosaata hojjii ergaa qindayee booda, ragaalee baruudhan bareefamee qindayu barbachisa. Kun immoo toofitaa karoora hojji keenyaaf gosoota hojjii keenya keesssaatti hojjiin ilaalaman hojatamun isaan dirqama.

Bareefamaa Qorichaaf Xaa’oo Naman hojetamuuf barbachisu.

• Maasa iddoo isaa ragaan bareefachu qabachu • Guyyaa itti raawwatamee bareefaman qabachu. • Maqaa Omishaa bareefaman qabachu. • Baayina Maasa barun qabachu • Ittifayadama Xoo’aa, Qoricha barun qabachu. Hojjii kan raawwatee barun • Ogeessaa qabachu. hojji kanaaf oolan baruun • Meeshaalee qabachu.

Leenjii Hojjetaata Keessaatti raawwatamu ragaan barun barbachisu

• Guyyaa leenjii itti raawwatamee • Gosaa leenjiin itti kennamee • Maqaa leenjisaafi • barumusaa isaa. • Hirmatoota leenjii, gahee isaan, mallattoo isaan

Hojetoota Qacaraman jiran ragaaleen \barun jirachuu qabau.

• Guyyaa itti qacaraman • Maqaa hojetaa, ogumaa isaa, barumusa isaa

• Gosaa hojjii itti qacaramee meeqa guyyaatti akka • Sa’aa hojjetau kan ibsu • Mindaa isaa Kan barun ibsuu

Bulchinsa Qonnaa

Bifaan Qorichaa yoo jiratee, Dikee, ittifayyadama Xaa’oo Namaan hojjatamee Mukaa, Margaa, Biqiltoolee, Omisha sassabuun, Leenjii hoetootaaf ta’ee Qote Bulaaf kennuun dirqama. Ragaalee qabachu, yeroo hojetan qaxaramu, Ragaalee, Waligaltee, qabachu

25